デスクトップ相当の環境で取得した保存時点の表示です。

Guyyaa 10,2025 WBO'n Zoonii Giddu Gala Oromiyaa Lixa Shaggar aanaa Abuunaa Gindabarat ganda Dhoqonuu Suree fi Gooroo Dhoqonuu jedhamu keessatti tarkaanfii waraana impaayera itiyoophiyaa irratti fudhateen 134 ajjeesuun 95 madeessee 60 harkaan qabee jira. Gama meeshaatiin AKM 120 PKM 10 Snayipperii 5 Dishqaa 1 guutuu fi 1 hir'uu fi rasaasa boombii hedduu dugda diinaa irraa hiikuun injifannoo boonsaa gonfatee jira. | Voice Jl Gootomsaa | Facebook