Saved page viewer
Guyyaa 10,2025 WBO'n Zoonii Giddu Gala Oromiyaa Lixa Shaggar aanaa Abuunaa Gindabarat ganda Dhoqonuu Suree fi Gooroo Dhoqonuu jedhamu keessatti tarkaanfii waraana impaayera itiyoophiyaa irratti fudhateen 134 ajjeesuun 95 madeessee 60 harkaan qabee jira. Gama meeshaatiin AKM 120 PKM 10 Snayipperii 5 Dishqaa 1 guutuu fi 1 hir'uu fi rasaasa boombii hedduu dugda diinaa irraa hiikuun injifannoo boonsaa gonfatee jira. | Voice Jl Gootomsaa | FacebookSeptember 21, 2026 at 01:12 AM JSTExternal timestamp ready
Captured with a desktop browser viewport for comparison.